-
2 Mootota 9:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yommuu achi geessus Yehuu+ ilma Yoshaafaax, ilma Niimshii barbaadi; achiis ol seenii obboloota isaa gidduudhaa isa kaasiitii kutaa isa gara keessaatti isa geessi. 3 Achiis qaruuraa zayitii sana fudhadhu; zayitichas mataa isaa irratti dhangalaasiitii, ‘Yihowaan, “Ani Israaʼel irratti mootii godhee si dibeera”+ jedha’ isaan jedhi. Sana booda balbala baniitii dafii baqadhu.”
-