-
1 Mootota 19:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Ilma ilma Niimshii kan taʼe Yehuu+ mootii Israaʼel godhii dibi; Eelsaa’i* ilma Shaafaat isa nama biyya Abeel Meholaa taʼe immoo bakka kee raajii godhii dibi.+ 17 Nama goraadee Hazaaʼel+ jalaa miliqu kam iyyuu Yehuun ni ajjeesa;+ nama goraadee Yehuu jalaa miliqu kam iyyuu immoo Eelsaa’i ni ajjeesa.+
-