LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Anis gad buʼee+ achitti sii wajjin nan dubbadha;+ hafuura isa si irra jiru irraa muraasa fuudhees+ isaan irra nan kaaʼa; isaanis ati kophaa kee akka hin baanneef, baʼaa sabichaa baachuu irratti si gargaaru.+

  • Abbootii Murtii 3:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yommuu Israaʼelonni gargaarsaaf gara Yihowaatti iyyatanis,+ Yihowaan Israaʼelota oolchuuf fayyisaa tokko isaaniif kaase;+ innis Otniʼel+ ilma Qeenaaz yeroo taʼu, Qeenaaz obboleessa Kaaleb isa quxisuu dha. 10 Hafuurri Yihowaa isa irra ni buʼe;+ innis abbaa murtii Israaʼel taʼe. Yommuu inni waraanaaf baʼuttis Yihowaan Kuushaan Rishaataayim isa mootii Mesophotaamiyaa* taʼe harka isaatti dabarsee kenne; innis Kuushaan Rishaataayim irratti injifannoo argate.

  • 1 Saamuʼel 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Hafuurri Yihowaa humna siif kenna;+ atis isaanii wajjin raajii dubbatta; jijjiiramtees akka nama kan biraa taata.+

  • 2 Saamuʼel 23:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Hafuurri Yihowaa karaa kootiin ni dubbate;+

      Dubbiin isaas arraba koo irra ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi