-
Keessa Deebii 4:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Dhiphina guddaa keessa yommuu galtuu fi wantoonni kun hundi yeroo booda yommuu si irra gaʼan, ati gara Waaqa kee Yihowaatti ni deebita, sagalee isaas ni dhageessa.+
-
-
Abbootii Murtii 10:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Israaʼelonni garuu Yihowaadhaan, “Nuti cubbuu raawwanneerra. Wanta gaarii taʼee sitti mulʼate kam iyyuu nu irratti raawwadhu. Maaloo, harʼuma qofa nu oolchi” jedhan.
-