9 Gara kootti yoo deebitan, ajajawwan koo yoo eegdanii fi isaaniif yoo ajajamtan garuu, sabni keessan warri bittinnaaʼan hamma andaara samiiwwaniitti yoo fagaatan illee, ani achii walitti isaan qabee+ gara bakka maqaan koo achi akka jiraatuuf filadhetti+ isaan nan fida.’