Isaayyaas 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+ Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,Akkuma cabbii adii ni taʼa;+Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,Akkuma suufii ni addaata.
18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+ Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,Akkuma cabbii adii ni taʼa;+Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,Akkuma suufii ni addaata.