LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 51:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Qulqulluu akkan taʼuuf, hiisoophiidhaan cubbuu koo irraa na qulqulleessi;+

      Cabbii caalaas akkan addaadhuuf na dhiqi.+

  • Isaayyaas 44:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ani balleessaa kee akka waan duumessaan haguugameetti,+

      Cubbuu kees akka waan duumessa cimaadhaan haguugameetti nan haqa.

      Waanan si furuuf, gara kootti deebiʼi.+

  • Miikiyaas 7:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Inni ammas gara laafina nutti argisiisa;+ balleessaa keenyas toʼannaa jala ni galcha.*

      Ati cubbuu isaanii hundumaa galaana gad fagoo keessatti ni darbatta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi