Faarfannaa 51:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+ Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+ Faarfannaa 103:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Akkuma bahi biiftuu lixa biiftuu irraa fagaatu,Balleessaa keenya nu irraa fageesseera.+ Isaayyaas 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+ Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,Akkuma cabbii adii ni taʼa;+Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,Akkuma suufii ni addaata. Isaayyaas 43:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani, eeyyee, ani ofii kootiif jedhee+ yakka* kee nan haqa,+Cubbuu kees hin yaadadhu.+ Ermiyaas 33:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Balleessaa isaanii isa ittiin cubbuu na irratti raawwatan hundumaa irraa isaan nan qulqulleessa;+ cubbuu fi balleessaa isaan na irratti raawwatan hundumaas isaaniif nan dhiisa.+ Hojii Ergamootaa 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;
51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+ Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+
18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+ Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,Akkuma cabbii adii ni taʼa;+Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,Akkuma suufii ni addaata.
8 Balleessaa isaanii isa ittiin cubbuu na irratti raawwatan hundumaa irraa isaan nan qulqulleessa;+ cubbuu fi balleessaa isaan na irratti raawwatan hundumaas isaaniif nan dhiisa.+
19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;