LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 ‘Yihowaa, aariidhaaf suuta kan jedhu, jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe,+ dogoggoraa fi balleessaa kan namaaf dhiisu, taʼus, isa balleessaa qabu matumaa utuu hin adabin kan hin dhiisne, balleessaa abbootiin raawwataniif ilmaan isaanii, dhaloota sadaffaa fi dhaloota arfaffaa kan adabu.’+

  • Faarfannaa 25:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Cubbuun bara dargaggummaatti raawwadhee fi balleessaa koo hin yaadatin.

      Yaa Yihowaa, gaarummaa keetiif jedhiitii,+

      Akka jaalala kee isa amanamaatti na yaadadhu.+

  • Faarfannaa 41:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Ani, “Yaa Yihowaa, gaarummaa natti argisiisi.+

      Si irratti cubbuu waanan hojjedheef+ na* fayyisi”+ nan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi