Faarfannaa 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa, deebiʼii na* baraari;+Jaalala kee isa amanamaadhaaf jedhiitii na oolchi.+ Faarfannaa 51:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+ Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+
51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+ Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+