Faarfannaa 103:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akkuma abbaan tokko ijoollee isaatti gara laafina argisiisu,Yihowaanis warra isa sodaatanitti gara laafina argisiiseera.+ Fakkeenya 28:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Namni balleessaa isaa dhoksu milkaaʼina hin argatu,+Namni balleessaa isaa himatuu fi isa dhiisu garuu araara ni argata.+ Isaayyaas 43:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani, eeyyee, ani ofii kootiif jedhee+ yakka* kee nan haqa,+Cubbuu kees hin yaadadhu.+ Isaayyaas 44:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ani balleessaa kee akka waan duumessaan haguugameetti,+Cubbuu kees akka waan duumessa cimaadhaan haguugameetti nan haqa. Waanan si furuuf, gara kootti deebiʼi.+
13 Akkuma abbaan tokko ijoollee isaatti gara laafina argisiisu,Yihowaanis warra isa sodaatanitti gara laafina argisiiseera.+
13 Namni balleessaa isaa dhoksu milkaaʼina hin argatu,+Namni balleessaa isaa himatuu fi isa dhiisu garuu araara ni argata.+
22 Ani balleessaa kee akka waan duumessaan haguugameetti,+Cubbuu kees akka waan duumessa cimaadhaan haguugameetti nan haqa. Waanan si furuuf, gara kootti deebiʼi.+