Faarfannaa 78:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Inni garuu gara laafessa ture;+Balleessaa isaanii isaaniif dhiisa,* akka badanis hin godhu ture.+ Dheekkamsa isaa hundumaa dammaqsuu mannaa,Yeroo baayʼee aarii isaa isaan irraa deebiseera.+ Isaayyaas 49:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Haati takka mucaa ishii isa hoosistu irraanfachuu dandeessii? Ilma ishii isa gadameessa ishii keessaa baʼeef hoo garaa hin laaftuu? Dubartoonni kun yoo irraanfatan illee, ani matumaa si hin irraanfadhu.+ Miilkiyaas 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Guyyaa ani qabeenya addaa* isaan godhadhutti,+ isaan kan koo ni taʼu.+ Akkuma abbaan tokko ilma isaaf ajajamutti gara laafina argisiisu, anis gara laafina isaanitti nan argisiisa.+ Yaaqoob 5:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kadhannaan amantiidhaan dhihaate isa dhukkubsate* sana ni fayyisa, Yihowaanis* isa ni kaasa. Cubbuu hojjeteera yoo taʼes isaaf dhiifama.
38 Inni garuu gara laafessa ture;+Balleessaa isaanii isaaniif dhiisa,* akka badanis hin godhu ture.+ Dheekkamsa isaa hundumaa dammaqsuu mannaa,Yeroo baayʼee aarii isaa isaan irraa deebiseera.+
15 Haati takka mucaa ishii isa hoosistu irraanfachuu dandeessii? Ilma ishii isa gadameessa ishii keessaa baʼeef hoo garaa hin laaftuu? Dubartoonni kun yoo irraanfatan illee, ani matumaa si hin irraanfadhu.+
17 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Guyyaa ani qabeenya addaa* isaan godhadhutti,+ isaan kan koo ni taʼu.+ Akkuma abbaan tokko ilma isaaf ajajamutti gara laafina argisiisu, anis gara laafina isaanitti nan argisiisa.+
15 Kadhannaan amantiidhaan dhihaate isa dhukkubsate* sana ni fayyisa, Yihowaanis* isa ni kaasa. Cubbuu hojjeteera yoo taʼes isaaf dhiifama.