Isaayyaas 44:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Ati tajaajilaa koo waan taateef,Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel, wantoota kana yaadadhu. Ani si tolcheera, ati tajaajilaa koo ti.+ Yaa Israaʼel, ani si hin irraanfadhu.+ Ermiyaas 31:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “Efreem ilma koo isan iddoo guddaa kennuuf, mucaa koo isa jaallatamaa mitii?+ Ani yeroo baayʼee kanan isatti dheekkamu taʼus, amma iyyuu isa nan yaadadha. Marʼimaan koo kan isaaf raafamu kanaafi.+ Ani dhugumaan isaaf nan gadda” jedha Yihowaan.+
21 “Ati tajaajilaa koo waan taateef,Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel, wantoota kana yaadadhu. Ani si tolcheera, ati tajaajilaa koo ti.+ Yaa Israaʼel, ani si hin irraanfadhu.+
20 “Efreem ilma koo isan iddoo guddaa kennuuf, mucaa koo isa jaallatamaa mitii?+ Ani yeroo baayʼee kanan isatti dheekkamu taʼus, amma iyyuu isa nan yaadadha. Marʼimaan koo kan isaaf raafamu kanaafi.+ Ani dhugumaan isaaf nan gadda” jedha Yihowaan.+