Keessa Deebii 32:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+ Miikiyaas 7:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+
36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+
18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+