LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan yeroo abbootii murtii isaaniif kaasu hundatti,+ Yihowaan abbaa murtii sanaa wajjin taʼuudhaan guutummaa bara jireenyaa abbaa murtii sanaatti harka diinota isaanii jalaa isaan ni oolcha ture; sababiin isaas, namoota isaan cunqursanii+ fi gara jabinaan isaan qabaniin kan kaʼe waan aadaniif Yihowaan isaaniif ni gadda* ture.+

  • Faarfannaa 90:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yaa Yihowaa, deebiʼi!+ Kun hamma yoomiitti itti fufa?+

      Tajaajiltoota keetiif garaa laafi.+

  • Faarfannaa 106:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Isaaniif jedhee kakuu isaa ni yaadata,

      Jaalala isaa isa amanamaa isa guddaa* taʼeen kakaʼees isaaniif ni gadda ture.*+

  • Faarfannaa 135:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yihowaan saba isaatiif ni falma,+

      Tajaajiltoota isaatiif garaa ni laafa.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi