Abbootii Murtii 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaabiin* gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban*+ 900 waan qabuuf, akkasumas waggaa 20f akka malee Israaʼelota cunqursaa waan tureef,+ Israaʼelonni gara Yihowaatti ni iyyatan.+
3 Yaabiin* gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban*+ 900 waan qabuuf, akkasumas waggaa 20f akka malee Israaʼelota cunqursaa waan tureef,+ Israaʼelonni gara Yihowaatti ni iyyatan.+