-
Abbootii Murtii 2:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yihowaan yeroo abbootii murtii isaaniif kaasu hundatti,+ Yihowaan abbaa murtii sanaa wajjin taʼuudhaan guutummaa bara jireenyaa abbaa murtii sanaatti harka diinota isaanii jalaa isaan ni oolcha ture; sababiin isaas, namoota isaan cunqursanii+ fi gara jabinaan isaan qabaniin kan kaʼe waan aadaniif Yihowaan isaaniif ni gadda* ture.+
-
-
Faarfannaa 107:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yeroo dhiphina isaaniitti gargaarsa argachuuf gara Yihowaatti iyyatu turan;
Innis rakkina isaanii irraa isaan oolcha ture.
-