8 Yaa Efreem, akkamittan si dhiisuu dandaʼa?+
Yaa Israaʼel, akkamittan dabarsee si kennuu dandaʼa?
Akkamittan akka Admaa si gochuu dandaʼa?
Akkamittan akka Zeboʼiim si gochuu dandaʼa?+
Ani ilaalcha koo jijjiireen ture;
Gara laafinni koos kakaʼee ture.+