Keessa Deebii 32:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+ Ermiyaas 31:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “Efreem ilma koo isan iddoo guddaa kennuuf, mucaa koo isa jaallatamaa mitii?+ Ani yeroo baayʼee kanan isatti dheekkamu taʼus, amma iyyuu isa nan yaadadha. Marʼimaan koo kan isaaf raafamu kanaafi.+ Ani dhugumaan isaaf nan gadda” jedha Yihowaan.+
36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+
20 “Efreem ilma koo isan iddoo guddaa kennuuf, mucaa koo isa jaallatamaa mitii?+ Ani yeroo baayʼee kanan isatti dheekkamu taʼus, amma iyyuu isa nan yaadadha. Marʼimaan koo kan isaaf raafamu kanaafi.+ Ani dhugumaan isaaf nan gadda” jedha Yihowaan.+