LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 9:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kanaan kan kaʼes, ati harka diinota isaanii warra isaan dhiphisanitti dabarsitee isaan kennite.+ Isaan yeroo dhiphatanitti garuu gara keetti ni iyyatan;+ atis samii keessaa isaan ni dhageesse; gara laafina kee isa guddaa irraa kan kaʼes, warra harka diinota isaanii jalaa isaan oolchan isaaniif ni kennite.+

  • Isaayyaas 48:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Haa taʼu malee, ani maqaa kootiif jedhee dheekkamsa koo nan ittisa;+

      Ulfina kootiif jedhee of nan toʼadha,

      Si hin balleessus.+

  • Hisqiʼel 20:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, maqaan koo saboota isaan gidduu isaanii jiraachaa turan duratti akka hin xuroofnetti, maqaa kootiif jedhee tarkaanfii nan fudhadhe.+ Sababiin isaas, yommuun biyya Gibxii keessaa isaan* baasetti saboota kana duratti eenyummaa koo isaanitti* beeksiseen ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi