Abbootii Murtii 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; kanaafuu, warra isaan saamanitti dabarsee isaan kenne.+ Diinota naannoo isaaniitti argamanitti dabarsee isaan gurgure;+ sana booda isaan diinota isaanii dura dhaabbachuu hin dandeenye.+
14 Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; kanaafuu, warra isaan saamanitti dabarsee isaan kenne.+ Diinota naannoo isaaniitti argamanitti dabarsee isaan gurgure;+ sana booda isaan diinota isaanii dura dhaabbachuu hin dandeenye.+