- 
	                        
            
            Abbootii Murtii 2:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 Yihowaan yeroo abbootii murtii isaaniif kaasu hundatti,+ Yihowaan abbaa murtii sanaa wajjin taʼuudhaan guutummaa bara jireenyaa abbaa murtii sanaatti harka diinota isaanii jalaa isaan ni oolcha ture; sababiin isaas, namoota isaan cunqursanii+ fi gara jabinaan isaan qabaniin kan kaʼe waan aadaniif Yihowaan isaaniif ni gadda* ture.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Mootota 13:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Yeroo boodas Yehoʼahaaz Yihowaa biratti fudhatama argachuuf ni kadhate; Yihowaanis cunqursaa mootiin Sooriyaa Israaʼel irra geessise waan argeef, kadhannaa isaa ni dhagaʼe.+ 5 Kanaafuu, Yihowaan harka Sooriyaa jalaa bilisa isaan baasuuf fayyisaa tokko Israaʼeliif ni kenne;+ Israaʼelonnis akkuma duraanii mana mana isaanii keessa jiraachuu dandaʼan.*
 
 -