LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Akkuma biyya Gibxiitii jalqabee hamma ammaatti saba kanaaf dhiifama goote, maaloo ammas akkuma jaalala kee isa amanamaa isa guddaa taʼe sanaatti balleessaa saba kanaatiif dhiifama godhi.”+

      20 Achiis Yihowaan akkana jedhe: “Akkuma ati jettetti dhiifama isaaniif nan godha.+

  • Ermiyaas 30:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Sababiin isaas, ani si oolchuuf sii wajjinan jira.

      Saboota ani gidduu isaaniitti si bittinneesse hundumaa haxaaʼee nan balleessa;+

      Siin garuu haxaaʼee hin balleessu.+

      Ani hamma siif malu sin adaba* malee,

      Matumaa utuun si hin adabin hin dhiisu”+ jedha Yihowaan.

  • Faaruu Ermiyaas 3:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+

      Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi