LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 12:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yeroo kanatti Daawit Naataaniin, “Ani Yihowaa irratti cubbuu hojjedheera” jedhe.+ Naataanis deebisee Daawitiin akkana jedhe: “Yihowaanis cubbuu kee siif dhiisa.*+ Ati hin duutu.+

  • 2 Seenaa Baraa 33:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Innis yeroo dhiphatetti, isa biratti fudhatama argachuuf Waaqa isaa Yihowaa ni kadhate; Waaqa abbootii isaa durattis akka malee gad of ni qabe. 13 Irra deddeebiʼees Waaqayyoon ni kadhate; Waaqayyos kadhannaa isaa fi wawwaannaa inni fudhatama argachuuf dhiheesse dhagaʼee gara Yerusaalemitti, gara mootummaa isaatti isa deebise.+ Achiis Minaaseen Yihowaan Waaqa dhugaa taʼuu isaa ni beeke.+

  • Faarfannaa 32:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yommuun calluma jedhetti, guyyaa guutuu aaduu kootiin kan kaʼe lafeen koo ni dhume.+

  • Faarfannaa 32:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Dhuma irratti cubbuu koo sitti nan himadhe;

      Dogoggora koo hin dhoksine.+

      Ani, “Balleessaa koo Yihowaatti nan himadha” nan jedhe.+

      Atis dogoggora koo fi cubbuu koo naaf dhiiste.+ (Seelaa)

  • Faarfannaa 51:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+

      Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi