Leewwota 20:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “‘Nama haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu ilaalchisee wanti godhamu kana dha: Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu mamii tokko malee haa ajjeefamu; lamaan isaanii iyyuu* haa ajjeefaman.+ Faarfannaa 103:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Inni akka cubbuu keenyaatti nu irratti hin raawwanne,+Akka balleessaa keenyaattis nuuf hin deebisne.+
10 “‘Nama haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu ilaalchisee wanti godhamu kana dha: Namni haadha manaa nama kan biraa wajjin ejja raawwatu mamii tokko malee haa ajjeefamu; lamaan isaanii iyyuu* haa ajjeefaman.+
10 Inni akka cubbuu keenyaatti nu irratti hin raawwanne,+Akka balleessaa keenyaattis nuuf hin deebisne.+