LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “‘Hin ejjin.+

  • Keessa Deebii 22:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Namni tokko haadha manaa nama kan biraa wajjin utuu ciisuu yoo argame, namichi dubartii sanaa wajjin ciisee fi dubartiin sun lamaan isaanii iyyuu haa ajjeefaman.+ Akka kanaan wanta hamaa taʼe Israaʼel keessaa balleessi.

  • Roomaa 7:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, abbaan manaa ishii utuu lubbuudhaan jiruu kan nama biraa yoo taate ejjituu jedhamti.+ Abbaan manaa ishii yoo duʼe garuu seera isaa jalaa bilisa waan baatuuf, kan nama biraa yoo taate ejjituu hin jedhamtu.+

  • 1 Qorontos 6:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yookiin namoonni jalʼoota taʼan Mootummaa Waaqayyoo akka hin dhaalle hin beektanii?+ Hin dogoggorinaa.* Warri halaleen,*+ warri waaqolii tolfamoo waaqeffatan,+ ejjitoonni,+ warri gadhaaʼan,+ warri nama gadhoomsan,*+ 10 hattoonni, sassattoonni,+ warri machaaʼan,+ warri nama arrabsanii fi saamtonni Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi