1 Qorontos 7:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Warri gaaʼela hin godhannee fi warri abbaan manaa irraa duʼe akkuma kootti utuu jiraatanii isaaniif wayya nan jedha.+ 9 Of toʼachuu yoo dadhaban garuu gaaʼela haa godhatan; sababiin isaas, hawwiidhaan gubachuu mannaa gaaʼela godhachuu wayya.+ 1 Ximotewos 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, dubartoonni abbaan manaa irraa duʼee fi umurii dargaggummaa irra jiran, akka heeruman,+ ijoollee akka daʼan,+ maatii isaanii akka kunuunsan, akkasumas inni mormu carraa ittiin nu ceephaʼu akka hin qabaanne akka godhan nan barbaada.
8 Warri gaaʼela hin godhannee fi warri abbaan manaa irraa duʼe akkuma kootti utuu jiraatanii isaaniif wayya nan jedha.+ 9 Of toʼachuu yoo dadhaban garuu gaaʼela haa godhatan; sababiin isaas, hawwiidhaan gubachuu mannaa gaaʼela godhachuu wayya.+
14 Kanaafuu, dubartoonni abbaan manaa irraa duʼee fi umurii dargaggummaa irra jiran, akka heeruman,+ ijoollee akka daʼan,+ maatii isaanii akka kunuunsan, akkasumas inni mormu carraa ittiin nu ceephaʼu akka hin qabaanne akka godhan nan barbaada.