1 Qorontos 7:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Warri gaaʼela hin godhannee fi warri abbaan manaa irraa duʼe akkuma kootti utuu jiraatanii isaaniif wayya nan jedha.+ 9 Of toʼachuu yoo dadhaban garuu gaaʼela haa godhatan; sababiin isaas, hawwiidhaan gubachuu mannaa gaaʼela godhachuu wayya.+
8 Warri gaaʼela hin godhannee fi warri abbaan manaa irraa duʼe akkuma kootti utuu jiraatanii isaaniif wayya nan jedha.+ 9 Of toʼachuu yoo dadhaban garuu gaaʼela haa godhatan; sababiin isaas, hawwiidhaan gubachuu mannaa gaaʼela godhachuu wayya.+