-
1 Qorontos 7:39, 40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Haati manaa hanga abbaan manaa ishii lubbuudhaan jirutti hidhamteetti.+ Abbaan manaa ishii yoo duʼe* garuu Gooftaadhaan qofa haa taʼu+ malee nama barbaaddetti heerumuuf bilisa dha. 40 Akka ilaalcha kootti garuu utuu hin heerumin yoo jiraatte caalaatti gammachuu qabaatti; anis hafuura Waaqayyoo akkan qabu hin shakku.
-