LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Ani garuu isinitti nan hima, namni utuu ishiin halalummaa* hin raawwatin haadha manaa isaa hiiku hundi, ejjaaf akka saaxilamtu godha; namni dubartii hiikamte sana fuudhu hundis ejja raawwata.+

  • Maatewos 19:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ani isinitti nan hima, namni utuu ishiin halalummaa* hin raawwatin haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ejja raawwata.”+

  • Maarqos 10:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ishii irratti ejja raawwata;+ 12 dubartiin takkas abbaa manaa ishii hiiktee nama kan biraatti yoo heerumte ejja raawwatti.”+

  • Luqaas 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu hundi ejja raawwata; namni dubartii abbaan manaa hiike fuudhu hundis ejja raawwata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi