Maatewos 19:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ani isinitti nan hima, namni utuu ishiin halalummaa* hin raawwatin haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ejja raawwata.”+ Maarqos 10:11, 12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ishii irratti ejja raawwata;+ 12 dubartiin takkas abbaa manaa ishii hiiktee nama kan biraatti yoo heerumte ejja raawwatti.”+ Luqaas 16:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu hundi ejja raawwata; namni dubartii abbaan manaa hiike fuudhu hundis ejja raawwata.+ Roomaa 7:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, abbaan manaa ishii utuu lubbuudhaan jiruu kan nama biraa yoo taate ejjituu jedhamti.+ Abbaan manaa ishii yoo duʼe garuu seera isaa jalaa bilisa waan baatuuf, kan nama biraa yoo taate ejjituu hin jedhamtu.+
9 Ani isinitti nan hima, namni utuu ishiin halalummaa* hin raawwatin haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ejja raawwata.”+
11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ishii irratti ejja raawwata;+ 12 dubartiin takkas abbaa manaa ishii hiiktee nama kan biraatti yoo heerumte ejja raawwatti.”+
18 “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu hundi ejja raawwata; namni dubartii abbaan manaa hiike fuudhu hundis ejja raawwata.+
3 Kanaafuu, abbaan manaa ishii utuu lubbuudhaan jiruu kan nama biraa yoo taate ejjituu jedhamti.+ Abbaan manaa ishii yoo duʼe garuu seera isaa jalaa bilisa waan baatuuf, kan nama biraa yoo taate ejjituu hin jedhamtu.+