Maatewos 5:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Ani garuu isinitti nan hima, namni utuu ishiin halalummaa* hin raawwatin haadha manaa isaa hiiku hundi, ejjaaf akka saaxilamtu godha; namni dubartii hiikamte sana fuudhu hundis ejja raawwata.+ Maatewos 19:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ani isinitti nan hima, namni utuu ishiin halalummaa* hin raawwatin haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ejja raawwata.”+ Luqaas 16:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu hundi ejja raawwata; namni dubartii abbaan manaa hiike fuudhu hundis ejja raawwata.+
32 Ani garuu isinitti nan hima, namni utuu ishiin halalummaa* hin raawwatin haadha manaa isaa hiiku hundi, ejjaaf akka saaxilamtu godha; namni dubartii hiikamte sana fuudhu hundis ejja raawwata.+
9 Ani isinitti nan hima, namni utuu ishiin halalummaa* hin raawwatin haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ejja raawwata.”+
18 “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu hundi ejja raawwata; namni dubartii abbaan manaa hiike fuudhu hundis ejja raawwata.+