Roomaa 7:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, abbaan manaa ishii utuu lubbuudhaan jiruu kan nama biraa yoo taate ejjituu jedhamti.+ Abbaan manaa ishii yoo duʼe garuu seera isaa jalaa bilisa waan baatuuf, kan nama biraa yoo taate ejjituu hin jedhamtu.+
3 Kanaafuu, abbaan manaa ishii utuu lubbuudhaan jiruu kan nama biraa yoo taate ejjituu jedhamti.+ Abbaan manaa ishii yoo duʼe garuu seera isaa jalaa bilisa waan baatuuf, kan nama biraa yoo taate ejjituu hin jedhamtu.+