Izraa 9:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Wantoota gocha hamaa taʼee fi yakka guddaa raawwanneen nutti dhufan kana hundumaa boodas, yaa Waaqa keenya, ati akka dogoggora keenyaatti nu irratti hin murteessine;+ kanaa mannaa, nuti warri as jirru akka oollu heyyamteetta;+ Faarfannaa 130:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaa Yaah,* ati dogoggora hordofta* utuu taʼee,Yaa Yihowaa, eenyutu dhaabbachuu dandaʼa ture?+ Isaayyaas 55:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
13 Wantoota gocha hamaa taʼee fi yakka guddaa raawwanneen nutti dhufan kana hundumaa boodas, yaa Waaqa keenya, ati akka dogoggora keenyaatti nu irratti hin murteessine;+ kanaa mannaa, nuti warri as jirru akka oollu heyyamteetta;+
7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+