Faarfannaa 103:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan araara qabeessaa fi gara laafessa* dha,+Aariidhaaf suuta kan jedhuu fi jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe dha.+ Faarfannaa 103:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Inni akka cubbuu keenyaatti nu irratti hin raawwanne,+Akka balleessaa keenyaattis nuuf hin deebisne.+ Faaruu Ermiyaas 3:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+
8 Yihowaan araara qabeessaa fi gara laafessa* dha,+Aariidhaaf suuta kan jedhuu fi jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe dha.+
10 Inni akka cubbuu keenyaatti nu irratti hin raawwanne,+Akka balleessaa keenyaattis nuuf hin deebisne.+
22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+