-
Yoonaas 4:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kanaafuu, akkana jedhee gara Yihowaatti kadhannaa dhiheesse: “Yaa Yihowaa, yeroon biyya koo turetti kanatu na yaaddesse mitii? Jalqabuma iyyuu gara Tarshiishitti baqachuuf kanan yaale kanumaafi;+ sababiin isaas, ati Waaqa gara laafessaa* fi araara qabeessa, aariidhaaf suuta kan jedhuu fi jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe dha;+ badiisa gaʼuttis hin gammaddu.
-