LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 ‘Yihowaa, aariidhaaf suuta kan jedhu, jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe,+ dogoggoraa fi balleessaa kan namaaf dhiisu, taʼus, isa balleessaa qabu matumaa utuu hin adabin kan hin dhiisne, balleessaa abbootiin raawwataniif ilmaan isaanii, dhaloota sadaffaa fi dhaloota arfaffaa kan adabu.’+

  • Faarfannaa 103:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Akkuma bahi biiftuu lixa biiftuu irraa fagaatu,

      Balleessaa keenya nu irraa fageesseera.+

      13 Akkuma abbaan tokko ijoollee isaatti gara laafina argisiisu,

      Yihowaanis warra isa sodaatanitti gara laafina argisiiseera.+

  • Isaayyaas 43:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ani, eeyyee, ani ofii kootiif jedhee+ yakka* kee nan haqa,+

      Cubbuu kees hin yaadadhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi