LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe, 7 jaalala amanamaa kumaatamatti kan argisiisu,+ dogoggora, balleessaa fi cubbuu kan namaaf dhiisu,+ taʼus, isa balleessaa qabu matumaa utuu hin adabin kan hin dhiisne,+ balleessaa abbootiin raawwataniif ilmaan isaanii, ilmaan ijoollee isaanii, dhaloota sadaffaa fi dhaloota arfaffaa kan adabu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi