Faarfannaa 103:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Akkuma bahi biiftuu lixa biiftuu irraa fagaatu,Balleessaa keenya nu irraa fageesseera.+ Isaayyaas 55:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+ Efesoon 4:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Kanaa mannaa gaarummaa walitti argisiisaa, akkasumas garaa waliif laafaa;+ akkuma Waaqayyo karaa Kiristoos tola isiniif dhiise, isinis tola waliif dhiisaa.+ 1 Yohaannis 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+
7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
32 Kanaa mannaa gaarummaa walitti argisiisaa, akkasumas garaa waliif laafaa;+ akkuma Waaqayyo karaa Kiristoos tola isiniif dhiise, isinis tola waliif dhiisaa.+
9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+