Qolosaayis 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, isin warra Waaqayyoof filatamtan,+ qulqullootaa fi jaallatamoo waan taataniif, gara laafina garaadhaa madde,+ gaarummaa, gad of qabuu,+ garraamummaa+ fi obsa+ uffadhaa. 1 Pheexiros 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Dhuma irrattis, hundi keessan yaadaan tokkummaa qabaadhaa,+ miira walii hubadhaa, jaalala obbolummaa qabaadhaa, gara laafina qabaadhaa,+ akkasumas kan gad of qabdan taʼaa.+
12 Kanaafuu, isin warra Waaqayyoof filatamtan,+ qulqullootaa fi jaallatamoo waan taataniif, gara laafina garaadhaa madde,+ gaarummaa, gad of qabuu,+ garraamummaa+ fi obsa+ uffadhaa.
8 Dhuma irrattis, hundi keessan yaadaan tokkummaa qabaadhaa,+ miira walii hubadhaa, jaalala obbolummaa qabaadhaa, gara laafina qabaadhaa,+ akkasumas kan gad of qabdan taʼaa.+