-
Filiphisiyus 2:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Egaa isin karaa Kiristoos jajjabina kan kennitan, jaalalaan kakaatanii warra kaan kan jajjabeessitan, warra kaaniif kan yaaddan, kan isaan jaallattanii fi garaa kan isaaniif laaftan erga taatanii, 2 yaada tokkoo fi jaalala tokko qabaachuudhaan, guutummaatti tokkummaa qabaachuudhaan,* akkasumas ilaalcha tokko qabaachuudhaan+ gammachuu koo guutuu naaf godhaa.
-