1 Qorontos 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ammas yaa obboloota koo, hundi keessan wanti dubbattan tokko akka taʼuu fi wal qoqqooduun isin gidduu akka hin jiraanne,+ kanaa mannaa yaadaa fi kaayyoodhaan guutummaatti tokkummaa akka qabaattan+ maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isinan gorsa. 2 Qorontos 13:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, gammaduu keessan, sirreeffama gochuu keessan, jajjabaachuu keessan,+ yaada tokko qabaachuu+ fi nagaadhaan jiraachuu+ keessan itti fufaa; Waaqni jaalalaa fi nagaa+ isinii wajjin taʼa. 1 Pheexiros 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Dhuma irrattis, hundi keessan yaadaan tokkummaa qabaadhaa,+ miira walii hubadhaa, jaalala obbolummaa qabaadhaa, gara laafina qabaadhaa,+ akkasumas kan gad of qabdan taʼaa.+
10 Ammas yaa obboloota koo, hundi keessan wanti dubbattan tokko akka taʼuu fi wal qoqqooduun isin gidduu akka hin jiraanne,+ kanaa mannaa yaadaa fi kaayyoodhaan guutummaatti tokkummaa akka qabaattan+ maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isinan gorsa.
11 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, gammaduu keessan, sirreeffama gochuu keessan, jajjabaachuu keessan,+ yaada tokko qabaachuu+ fi nagaadhaan jiraachuu+ keessan itti fufaa; Waaqni jaalalaa fi nagaa+ isinii wajjin taʼa.
8 Dhuma irrattis, hundi keessan yaadaan tokkummaa qabaadhaa,+ miira walii hubadhaa, jaalala obbolummaa qabaadhaa, gara laafina qabaadhaa,+ akkasumas kan gad of qabdan taʼaa.+