Filiphisiyus 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 yaada tokkoo fi jaalala tokko qabaachuudhaan, guutummaatti tokkummaa qabaachuudhaan,* akkasumas ilaalcha tokko qabaachuudhaan+ gammachuu koo guutuu naaf godhaa.
2 yaada tokkoo fi jaalala tokko qabaachuudhaan, guutummaatti tokkummaa qabaachuudhaan,* akkasumas ilaalcha tokko qabaachuudhaan+ gammachuu koo guutuu naaf godhaa.