1 Tasalonqee 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 hojii isaaniitiin kan kaʼes jaalalaan ulfina guddaa isaaniif kennaa.+ Walii keessanii wajjin nagaa qabaadhaa.+ Yaaqoob 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Ogummaan inni ol gubbaadhaa dhufu garuu, hundumaa dura qulqulluu dha,+ achiis naga qabeessa,+ yaada ofiitti kan hin cichine,+ ajajamuuf kan qophaaʼe, gara laafinaa fi firii gaariidhaan kan guutame,+ kan hin loognee+ fi kan hin fakkeessine+ dha. 1 Pheexiros 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Wanta hamaa irraa deebiʼee+ wanta gaarii haa raawwatu;+ nagaa haa barbaadu, duukaas haa buʼu.+ 2 Pheexiros 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, wantoota kana eeggachaa waan jirtaniif, dhuma irratti isa duratti xurii fi mudaa kan hin qabne taatanii nagaadhaan argamuuf+ wanta isiniif dandaʼame hunda godhaa.
13 hojii isaaniitiin kan kaʼes jaalalaan ulfina guddaa isaaniif kennaa.+ Walii keessanii wajjin nagaa qabaadhaa.+
17 Ogummaan inni ol gubbaadhaa dhufu garuu, hundumaa dura qulqulluu dha,+ achiis naga qabeessa,+ yaada ofiitti kan hin cichine,+ ajajamuuf kan qophaaʼe, gara laafinaa fi firii gaariidhaan kan guutame,+ kan hin loognee+ fi kan hin fakkeessine+ dha.
14 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, wantoota kana eeggachaa waan jirtaniif, dhuma irratti isa duratti xurii fi mudaa kan hin qabne taatanii nagaadhaan argamuuf+ wanta isiniif dandaʼame hunda godhaa.