LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 13:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, gammaduu keessan, sirreeffama gochuu keessan, jajjabaachuu keessan,+ yaada tokko qabaachuu+ fi nagaadhaan jiraachuu+ keessan itti fufaa; Waaqni jaalalaa fi nagaa+ isinii wajjin taʼa.

  • 1 Tasalonqee 5:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 hojii isaaniitiin kan kaʼes jaalalaan ulfina guddaa isaaniif kennaa.+ Walii keessanii wajjin nagaa qabaadhaa.+

  • 2 Pheexiros 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, wantoota kana eeggachaa waan jirtaniif, dhuma irratti isa duratti xurii fi mudaa kan hin qabne taatanii nagaadhaan argamuuf+ wanta isiniif dandaʼame hunda godhaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi