-
Filiphisiyus 2:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Egaa akkuma warra Gooftaa tajaajilan gidduutti barsiifata taʼetti gammachuudhaan isa simadhaa; namoota akka isaatiif ulfina guddaa kennaa;+ 30 sababiin isaas, isin as waan hin jirreef, inni iddoo keessan buʼee dhuunfaatti na tajaajiluuf lubbuu isaa balaadhaaf saaxiluudhaan hojii Kiristoosiif* jedhee duʼuu jala gaʼee ture.+
-