LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 28:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kana malees, isaan kennaa hedduu nuu kennanii akka nu kabajan argisiisan; yommuu dooniidhaan deemuuf kaanus wanta nu barbaachisu hunda nuu feʼan.

  • 1 Tasalonqee 5:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ammas yaa obbolootaa, warra isin gidduutti jabaatanii hojjetanii fi karaa Gooftaa isin geggeessan, akkasumas isin gorsan akka kabajjan isin gaafanna;

  • Ibroota 13:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Warra isin gidduutti dura buutota taʼanii fi dubbii Waaqayyoo isinitti himan yaadadhaa;+ akkasumas buʼaa gaarii jireenyi isaanii argamsiise irratti xiinxaluudhaan amantii isaanii hordofaa.+

  • Ibroota 13:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Warra gidduu keessanitti dura buutota taʼaniif ajajamaa,+ akkasumas bitamaa;+ isaan akka warra herrega dhiheessaniitti dhimmanii isin* eegu;+ kana yoo gootan hojii isaanii gammachuudhaan hojjetu; taʼuu baannaan garuu hojii isaanii gaddaan hojjetu, kun immoo isin miidha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi