Hojii Ergamootaa 20:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Ofii keessaniifis taʼe guutummaa tuuta hoolotaatiif xiyyeeffannaa kennaa;+ sababiin isaas, gumii Waaqayyoo isa inni dhiiga Ilma isaatiin bite+ tiksee taatanii akka eegdaniif,+ hafuurri qulqulluun ilaaltota ol aanaa godhee irratti isin muudeera.+
28 Ofii keessaniifis taʼe guutummaa tuuta hoolotaatiif xiyyeeffannaa kennaa;+ sababiin isaas, gumii Waaqayyoo isa inni dhiiga Ilma isaatiin bite+ tiksee taatanii akka eegdaniif,+ hafuurri qulqulluun ilaaltota ol aanaa godhee irratti isin muudeera.+