1 Ximotewos 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 kan hin machoofne,+ abbaa humnaa kan hin taane,* yaada ofiitti kan hin cichine,+ kan nama hin lolle,+ maallaqa kan hin jaallanne,+ Tiitoo 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 kana malees, maqaa namootaa kan hin balleessine, lola kan hin jaallannee fi yaada ofiitti kan hin cichine,+ akkasumas namoota hundatti garraamummaa hundumaa kan argisiisan akka taʼan isaan yaadachiisi.+
3 kan hin machoofne,+ abbaa humnaa kan hin taane,* yaada ofiitti kan hin cichine,+ kan nama hin lolle,+ maallaqa kan hin jaallanne,+
2 kana malees, maqaa namootaa kan hin balleessine, lola kan hin jaallannee fi yaada ofiitti kan hin cichine,+ akkasumas namoota hundatti garraamummaa hundumaa kan argisiisan akka taʼan isaan yaadachiisi.+