LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Jaalalli keessan fakkeessaa kan hin qabne haa taʼu.+ Wanta hamaa jibbaa;+ wanta gaariitti maxxanaa.

  • 1 Ximotewos 5:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Maanguddootti dubbii jabaa hin dubbatin.+ Kanaa mannaa, akka abbaatti gaarummaadhaan isa gorsi; dargaggoota akka obbolootaatti, 2 dubartoota maanguddoo akka haadhotaatti, dubartoota umurii dargaggummaa irra jiran akka obboleettotaatti qulqullummaa hundumaatiin gorsi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi